BALAA NAGEENYA NYAATAA MIIDHAA HAMAA GEESSISUU DANDA’U TOORA ITTI GABAAFAMU.

Balaa nyaataan walqabatuufi miidhaa cimaa namarraan gahuu danda’u kan beektaniifi tooftan biraa ittiin hambisuu dandeessan hinjiru taanaan, unka armaan gadii kana akka guuttan affeeramtan. Kaka’umsi Walsimsiisuu Addunyaa (KWA) odeeffannoo kana gamaagammaniitu karaa ta’uu qabu hundaan tarkaanfiin akka fudhatamu godhu. Unka kana guuttanii erguu keessaniif eenyumaan keessan hinbeekamu.

Yaadachiisa: eenyumaan keessan akka hinbeekamne mirkaneefachuuf odeefannoon keenitan hunduu kan enyumaa keessaniin wal hinqabanne ta’uu isaa hubadhaa:

  1. Odeeffannoo isin ibsuu danda’u kamuu hindabalinaa
  2. Toora interneetii warshaa hojjetaniifi, bilbilaafi koompitara isaanii itti hinfayyadaminaa


Akkaataa nuti mirga kophummaa namoota odeeffannoo ergan eegnu baruuf gaaffiwwan yeroo baay’ee ka’anifi deebiiwwan isaanii dhubbisaa

Unka kana guutuu keessanirra kan hubatamu sababa karaa warshaa keesstti ittiin gabaastan akka hinqabaannefi, gabaastanis tarkaanfiin balaa dhufuu danda’u hambisu akka hinfudatamne waan beektaniifdha.


Odeeffannoon nuuf ergitan haalan akka qoaratamuufi sirrinni isaa akka mirkanaa’u hubadhaa.

  1. Isa sirrii fi dhugumaan kan miidhaa cimaa namarraan gahu ta’uu isaa
  2. Yookin :
    • Kan maqaa dhaabbtas ta’ee kan nama dhuunfaa balleessuf
    • Rakkoo biraaf haaloo bahuuf akka hin taane
    • Baacoo bakka malee kaayame kan hintaane

Ofeeffannoo balaa nageenya nyaataa haga danda’ametti tarraa’aa ta’e nuuf kennaa, garuu Odeeffannoo isin adda baasu hindabalina

Gaafiiwwan armaan gaddi kanniin haga danda'ame guutummaan deebisaa

Rakkoon yaaddoo kana uume
Fayyadamtootni nyyata kana ni dhukkubsatu jettanii eegduu?
Rakkoon kuni amma dura dhalatee beekaa?
Taateen kuni irra deddeebi’ee uumamaa?

Odeeffannoo omishichaa

(fakkeenyaaf: daabboo, nyaata midhaani qophaa’e, foon, . . . kkf)
(fakkeenyaaf: xaasaa, burcuqqoo, maraa lastikaa . . . kkf)
Maqaa wantoota dabalamaniifi cimina isaanii (dhubbeentaadhaan ykn mg/kg)

Tooftaan omishichi ittiin qophaa’e

Tooftaa nyaata summiirraa bilisa gochuu yaalame
Maddaa Carallaa kanaa

Maraa nyaataa

Nyaatichi kan ittiin marame
(Fkn burcuqqoo, laastika, waraqaa)
(Barbaachisaa taanan)
(Barbaachisaa taanan)

Guyyaa Maraarratti maxxanfame

Odeffannoowwan biro maraarraa mul’atan

Haala kuufamaa

Omishichi haala itti kuufame/kaayame
LShallaggii hoo’aa
Ifatti saaxilamuu isaa

Rakkoon isaa maali?

Kan ta’u hundaa soroorsaa
(Maalummaafi hammaa wanticha dabalamee akkasumas odeeffannoo dabalataa tarreessaa)
Haala dogoggoraa qulqullina itti qabuu

Kuni kan ta’aa jiru eessatti?

Bakka dhaabbatichi itti argamu
Odeeffannoo dabalataa kennuu barbaaddan taanaan asitti jechoota keessaniin tarreessaa ibsaa
Odeeffannoo Eenyumaa keessan ibsu akka hin laannne ofeegannoo godhaa